MUL`ATA QABDAN HIRAA

Photos © Susie Fitzhugh
Photo © Susie Fitzhugh
MUL’ATA QABDAN HIRAA
W ALG A’ I I TE E KNO O LO J I I G ALM A M AG AAL AA B AR UU FI B ARS I I S UU
M ANNE E N B AR N O O T A U MM AT AA AAN AA S I Y AAT I L I RR ATTI
ARG AM U UN MUL’ AT A KE E S S AN HI R AA
Warri, barattoonni, barsiistonni, ittigaafatamtoonni, hojjattoonni aanaa fi
miseensonni hawaasaa hundinuu walgaii Mul’ata Teeknoljii Galma
Magaalaa irratti akka hirmaattan afeeramtaniirtu. Kootaatii haala
teeknolojiin Baruu fi Barsiisuu Mannen Barnoota Ummataa Aanaa
Siyattiliif gama hundaan gargaaruu danda’u irratti mul’ata qabdan hiraa.
Photo © Susie Fitzhugh
Teeknoolojiin barattoota keenya, barsiistoota, hojjattoota, warra fi hawaasa barnootni aanichaa K-12 jiru sadarkaa adugnaatti olkaasuun barattoonni hundinuu abjuu isaani akka fixaan baasan carraa uumuun
akamitti gargaaruu danda’aa?
Walga’iin kun Teeknoolojii yeroo ilaalchisee hirmaattonni mul’ataa fi yaada qaban akka ibsan carraa kan kennuudha.
WIIXATA GURAANDHALA 23, 2015 | MANA BARUMSAA ECKSTEIN
KIBXATA GURAANDHALA 24, 2015 | M.B WASHINGTON
ROOBII GURAANDHALA 25, 2015 | M.B RAINIER BEACH S.2FFAA
KAMIISA GURAANDHALA 26, 2015 | M.B INGRAHAM S. 2FFAA
WIIXATA BITOOTESSA 2, 2015 | M.B WEST SEATTLE S.2FFAA
Odeeffannoo dabalataatif:
techsummit.www.seattleschools.org
Walga’ichi kaafteeriya kessatti sa’a 6:00 —8:00 w.b. taasifama
Sa’a 5:30w.b calqabee balballi banaa nita’a. (Sa’a 6:00—8:00 w.b. eegumsi daa’immanii ni
jira)
Hirmaachuu kan hindandeenye yoo ta’e yaada qabdan imeelii kanaan nuuf ergaa:
[email protected]
Tajaajilli turjumaanaa afaan guguddoo aanichaatiin ni taasifama.