International Qeerroo Suupport Group (IQSG) Dhaabbata

International Qeerroo Suupport
Group (IQSG)
Dhaabbata Deeggarsa Eeerroo
Idila Addunyaa
Phone:
240-270-2515 or 301-288-1073
E-mail:
[email protected]
P.o. Box: 55244 Washington DC 20044
Oduu Gammachiisaa
Jaarmiyaan “Deeggarsa Qeerroo Idil-Addunyaa” seeraan hundaa’uu isaa
uummata Oromoo fi deeggartoota kaayyoo kanaa ta’aniif ibsuun
keenyaa ni yaadatama.
Haaluma kanaan Ebla (April 11, 2015) kaayyoo hundeeffama isaa
ilaalchisee marii bal’aa uummata Oromoo Washington DC fi naannoo
ishee akkasumas deeggartoota kaayyoo kanaa waliin waan taasifnuuf
bakka, guyyaa fi yeroo armaan gaditti caqafametti akka nuuf argamtan
kabajaan isin afeerra.
Bakka:- 7750 16th St NW
Washington, DC-20012
Guyyaa:- Ebla (April 11, 2015)
Sa’a:-
5:00PM
Koree Qindeessituu