2016 TI FILUUF QOPHAA’I • Lammii U.S. KAN TA’U QABDU: • Yoo xiqaate hanga Guyyaa Filmaatati umurii 18 • Guyyaa 20 jiraataa Minnesota • Adabii yakkaa murtaa’e hundaa fixuu • Ga’aa ta’uu keef odeeffannoo dabalataaf mnvotes.org ilaali FILUUF GALMAA’I DHAQII FILI • Karaa shaffisaa fi salphaatti filuuf karaa “on line” mnvotes.org galmaa’i • Bkka itt filtu baruuf mnvotes.org ilaali • YKN unkaa ittiin galmaa’an guutiiti waajira filannoo kawontii keeti ergi • YKN Guyyaa Filannoo bakka filannootti galmaa’i • Bakki Filannoo irra guddaan sa’a 7wd hanga 8wb ti banaadha • Ykn dursiitii waraqaa filannoo utuu guyyaan filannoo hin ga’in filaniin fili Sadaasa kana, jiraattonni Minnesota Presedaantii, U.S itti aanu, Bakka Buutota Mootummaa Mana Mareefi Senataroota fi waajjira ganda fi Kaawontii filuuf bakka filannoo dhaqu. Sagaleen kee akka inni egree Minnesota guutumma biyya bifa itti godhu taasisi! Hagayya Birraa Onkoloolessa Sadaasa Filmaata Dursaa Ba'i ti Fili! GUYYAA FILMAATATI UTUU ACHITTI HIN ARGAMIN FILUU Karaa mana poostaa filmaata kee erguu ykn kallattiin Birraa 23 hanga Sadaasa 7ti fili. FILUUF GALMAA’UU Guyyaa Filmaataa yeroo qusachuuf dursii hanga Onkololesa 18 ti galmaa’i. Guyyaa Filmaata! Ba'i ti Fili! Waajjira Barreessa Mootummaa Minnesota • mnvotes.org
© Copyright 2025