Seerri Minnesota, kutaa 120B.31, gadi bu’ee 4a commissioner’n barnoota akka unka yks form maxxansiisee yks qopheesse, yoo maatiin/bakka bu’oon maatii barattoonni isanii Qorannaa Guutummaa State qophaa’ee kennamu keessatti qooda akka hinfudhanne didan unka kana akka guutan irraa eegama. Waajjirri naanoo mana barumsaa keessaniis odeeffannoo itti dabalata gaafachuu hinmala. Qorannaa Guutummaa State Keessatti Geggeeffamu Barattoonni Akka Qooda Keessatti Hinfudhanne Diddaa Maatii/Bakka Bu’oota Maatii Qorannaa Guutummaa State keessatti geggeeffamu keessatti akka qooda hinfudhanne yoo barbaadan unka kun maatii/bakka bu’aa maatiitiin guutamee mana barumsaa barataa sanaatti deebi’uu qaba. Karoora Waajjira Naannoo Mana Barnootaa keessan akka gaaritti deggeruu dhaaf unka kanaa gadi jiru guutaatii Amajii 15 kan bara barumsaa keessa jirtanii fuula mana barumsaa ijoollee keessanitti deebisaa. Barattoota erga yeroon qorannaa darbee booddee galmaa’aniif, erga mana barumsaa galanii booda guyyaa kudha shan gidduutti galchaa. Maatii/bakka bu’oon wagga waggaan akka barataan isaanii Guutummaa State’n kan kennamu qorannaa keessatti qooda hinfudhanne yoo diduu barbaadan wagga waggaan unka sana guutanii galchuu qabu. Guyyaa (Unka yks form kun bara mana barumsaa 20 hamma 20 duwwaa dhaaf hojjeta.) Maqaa barataa (barattuu) isa jalqabaa kan seeraan ittin beekamu Maqaa barataa (tu) kan giddu kan seeraan beekame (initial) Maqaa barataa (tu) maqaa isa dhuma kan seeraan beekame Guyyaa dhalootaa Naannoo/mana barumsaa barataa sana Kutaa Adaraa odeeffannoo waa’ee Qorannaa Guutummaa State argachuu keessan milikkita iddoo kenname kanatti godhaa. Odeeffannoo waa’ee qorannaa state guutummaa keessatti kennamu argadheera, garuu akka barataan koo keessatti qooda hinfudhanne fo’adheera. MDE’n maatii/bakka bu’oo maatiif Qorannaa Guutummaa State keessatti kennamu irratti yaada isaan gargaaru/ittin geggeefaman websitii MDE irra kaa’eera (Students and Families > Statewide Testing). Sababii diddaa, maaliif akkan dide: _____________________________________________________ ____________________________________________________________ Adaraa barataan keessan bara kana kan kennamu Qorannaa Guutummaa State isa kam keessatti qooda akka hinfudhanne tuquu dhaan agarsiisa: MCA/MTAS Dubbisuu MCA/MTAS Science MCA/MTAS Herrega ACCESS yks ACCESS, ELLs kan biraa Unka kana mallatteesuu dhan mucaan/barataan koo mana barumsaa isaa keessatti hammam yks akkam hojjetaa akka jiru kanan irraa baru odeeffannoo gatii qabeessa akkan hinarganne naa gala. Itti dabalees keessatti qooda fudhachuu dhiisuu dhaan manni barnootaa fi naannoo mana barnootaa, akkasumas State’n qabeenya jiru walqixxeetti hojii mana barnootaaf hiruuf tattaafii inni godhu irrattis dhibbaa akka fiduu naa gala. Maatii/Bakka bu’aa maatii (maqaa) Mallattessa maatii/Bakka bu’aa maatii To be completed by school or district staff Student ID or MARSS Number Parent Guardian Refusal for Statewide Participation Form_Oromo
© Copyright 2025