Chaarterii Lammiilee Biiroo Siivil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Muddee 2005 Finfinnee 0 1. Seensa Biiroon Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa tajaajiloota uummanni Naannichaa manneen hojii Siivil Sarvisii irraa argachuu qaban fooyyessuuf meeshaaleen riifoormii gara garaa akka hojii irra oolan taasisaa tureera. Bu’uuruma kanaan, bu’aaleen gaariin galmaa’aa turuun isaa ni beekama. Tajaajiloota kana caalmaan bifa qindoomina qabuu fi itti fufiinsaan itti quufinsa maamiltootaa sadarkaa olaanaan dabaluuf, Biirichi chaarterii lammiilee qopheessuun gara hojiitti hiikuuf karoorfatee hojjechaa jira. Dokumentiin kunis sadarkaa tajaajilaa kennamu bifa ifaa fi gabaabaa ta’een kan mul’isu ta’ee qabxiileen keessatti hammatamanis kanatti aansuun dhiyaataniiru. 2. Kaayyoo Chaarterichaa Biiroon Siivil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa mul’ataa fi ergama isaa akkaataa barbaadamuun galmaan ga’uuf lammiilee fi tajaajilamtoota isaatiif tajaajila qulqulluu, iftoomina qabuu fi haqa qabeessa ta’e bifa ittigaafatamummaa qabuun kennuudhaaf kaayyoolee armaan gadii qopheeffatee jira. Lammiilee hundaaf tajaajila ga’umsaa fi bu’a qabeessa qabu kennuuf; Mirga lammiileen odeeffannoo riifoormii, bulchiinsa gaarii fi hooggansa qabeenya humna namaa ilaalchisee argachuuf qaban mirkanneessuuf; Ittigaafatammumaa iftoominaan mirkaneessuuf; Gosa tajaajilaa fi sadarkaa kenna tajaajilaa lammiileen argaachuu qaban beeksisuuf; Lammiileen hundi kenniinsa tajaajilaa manneen hojii mootommaa irratti abbummaan itti dhaga’amee yaada, akeekkachiisaa fi galtee akka kennan mijeessuuf; Hojjettoota keessatti kaka’umsa uumuun lammiileef tajaajila quubsaa ta’e kennuu akka danda’an taasisuuf; Sagantaa fi istandardii hojii ifatti ka’uun yeroo tajaajilamtootaa qusachuun yeroo isaanii hojii misoomaaf akka oolchan taasisuuf. 3. Daangaa Chaarterichaa Chaarteriin kun sadarkaa Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaatti lammiilee tajaajilli kennamuuf irratti hundaa’ee kan qophaa’edha. 1 4. Ergama Dandeettii raawwachiisumma ijaaruun, teknoloojii ammayyaatti fayyadamuun bulchiinsa gaarii dhugoomsuun bu’uura sirna dimokiraasii dagaagsuu, Siivil Sarviisii olaantummaa ilaalcha misoomawaa qabu uumuu fi guddina ariifachiisaa itti fufiinsa qabu naannicha keessatti mirkaneessuu dandeessisu uumuu. 5. Mul’ata Bara 2012 A.L.I tti Naannoo Oromiyaa keessatti dandeettii raawwachiisummaa cimsuun siivil sarvisii ergama isaa ba’uu danda’u uumuun bulchiinsa gaarii dhugoomsuu. 6. Dudhaalee Ittigaafatamummaa Iftoomina Jijjiiramaaf qophaa’uu Bu’aadhaaf hojjechuu Gareen hojjechuu Guddina Teeknooloojii waliin ni tarkaanfachuu Hirmaachisummaa Tajaajiltummaa 7. Dhimmamtootaa fi Tajaajilamtoota Maamiltoota Uummata/ lammiilee Naannichaa Hojjettoota Mootummaa Manneen hojii mootummaa Dhimmamtoota Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Biiroo Mallaqaa fi Misooma Diinagdee Oromiyaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Oromiyaa Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Oromiyaa Ministeera Siivil Sarvisii Federaalaa Ministeera Quunnamtii Teknooloojii Odeeffannoo Federaalaa Dhaabbilee Miti-Mootummaa Baankii Addunyaa Miidiyaalee adda addaa Biiroolee Siivil Sarvisii Mootummaa Naannolee 2 Yuuniversiitotaa fi Kolleejjota adda addaa fi Dhimmamtoota biroo 8. Qajeeltoowwan Waliigalaa Qulqullina Tajaajila Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Tajaajila haqa qabeessaa fi doggogara irraa bilisa ta’e ni kennina; Naamusa gaariidhaan lammiileef tajaajila ni kennina; Duudhaalee keenya ni kabajna; Yeroo hundaa fedhii lammiilee guutuuf ni hojjenna; Gaaffii fi yaada lammiileef deebii atattamaa ni kennina. Murteewwan keenyaa fi tajaajila kenninuuf ittigaafatamummaa ni fudhanna. 9. Tajaajilawwan Gurguddoo Lammiileef Kennaman Hojiiwwan jijjiiramaa fi riifoormii naannicha keessatti gaggeffamaa jiran ni qindeessina; Imaammata ijaarsa dandeettii hojii irra olchuu fi hojiilee ijaarsa dandeettii gaggeeffamaniif deeggarsa ni kennina; Hojii irra oolmaa paakeejiiwwan bulchiinsa gaarii ilaalchisee yeroo yeroodhaan qorannoo gaggeessuudhaan raawwii bulchiinsa gaarii ni mirkaneessina; Qabsoon ilaalchaa fi gocha kiraa-sassaabdummaa manneen hojii mootummaa keessatti cimee akka gaggeeffamuuf sirna ifa ta’e ni diriirsina. Naannicha keessatti gurmaa’insa, hojmaataa fi humni namaa gahumsa qabu hojii irra akka oolu ni taasifna; Imaammata, karooraa fi misooma human namaa Naannichaa qopheessuun hojiirra ni oolchina; Sirna hooggansa qabeenya humna namaa fi sirna ragaalee manneen hojii bifa walfakkaatuun akka ijaaramu ni taasifna; Qaxarriin, ramaddiin, guddinni sadarkaa hojjettootaa, dabalanni miindaa, jijjiirraan, leenjii fi naamusni hojjettoota siivil sarvisii seeraa fi qajeelfama mootummaatiin akka raawwatamu ni taasifna; Tajaajila duub-deebii gamaaggama raawwii hooggansa qabeenya humna namaa manneen hojiif ni kennina; 3 Gosa kaffaltii, durgoo, onnachiiftuu adda addaa fi iskeelii miindaa qorannee dhiyeessuudhaan akka hojii irra oolu ni taasifna; Dhimmoota bulchiinsa humna namaan walqbatanii mana murtii bulchiinsaatti dhiyaatan qulquleessuun furmaata ni kennina; Odeeffannoowwanii fi ragaalee Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii ilaallatu tajaajilamtootaaf ni dhiyeessina, Ragaa istaatiksii hojjettoota mootummaa naannichaa qindeessuudhaan waggaa waggaatti ni dhiyyeessina; manneen hojii hundaaf ni raabsina; 4 10. Chaarterii Lammiilee Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Gabatee 1: Tajaajilawwan Dhaabbaticha Keessatti Kennamanii fi Istaandardii Kenna Tajaajilaa Lak. Gosa Tajaajilootaa Bakka Istaandardii Kenna Tajaajilaa Tajaajilli Itti Yeroo 1. Hojiiwwan jijjiiramaa riifoormii itti Dureewwan Barbaachisan Haala Kennamu Tajaajila Argachuuf Haal- kennamu fi naannicha keessatti gaggeeffamaa jiran ni qindeessina. Meeshaalee jijjiiramaa (change Adeemsa Hojii Gosa tools) kan SMBKT, akka JBAH, Ijoo Raayyaa meeshaa Workishooppii, Ijaarsa jijjiiramichaa Siivil Dandeetii fi sagantaa fi leenjii leenjii waltajjii fi Fedhii jijjiiramaa agarsiisuu fi gaaffii dhiyeessuu marii Barbaachisummaa Sarvisii, Chaarterii lammiilee Bulchinsa irratti hundaa’uun qopheessuun qorannoodhaan fi kanneen biroo irratti leenjii Gaarii guyyoota mirkanaa’e kennuu keesatti Manneen hojii Naannichaa tajaajiloonni torba mootummaa Adeemsa Hojii Supperviizyinii keessatti Ijoo Ijaarsa waggaatti kennaman Dandeetii fi lama, Duub-deebii, Manneen si’a supperviizyiniid waltajjii haan, waltajjii qulqullinaan, haala ammayyaa Bulchinsa uummataa ji’a waliinii fi seera qabeessaan ta’uu ni Gaarii sadiin waltajjii mirkaneessina gaggeessuun uummataan 5 fi hojj isaa yoo tajaajila kennan irratti istaandardii qaban dhiyeessuu Meeshaalee jijjiiramaa: JBAH, Adeemsa Hojii Waltajjii maree Gabaasaan, SMBKT, Raayyaa Siivil Ijoo Ijaarsa Sarvisii, Chaarterii lammiilee Dandeetii fi fi kanneen biro, manneen hojii Bulchinsa Karoorii fi gabaasni raawwii fi gabaasa ji’a supperviizyiniid ji’aan, haan, supperviizyinii hunda keessatti qophaa’e akka Gaarii waggaatti hojii irra oolu ni taasifna; lama Meeshaalee jijjiiramaa maneen waltajjii hojiin ni dhiyaata waliinii fi si’a waltajjii uummataan gaggeessuun Raawwii jijjiirama manneen Adeemsa Hojii Waltajii hojii Naannichaa Ijoo gamaaggamuu Maree supperviizyiniid Ijaarsa waggaattii Dandeetii fi lama Bulchinsa hojii Gaarii gaggeesuun si’a haan Manneen Godinaalee Manneen hojii sanada raawwii hojii riifoormii dhiyeessuu fi waliin Aanaalee waliin waltajjii maree uumamuun Muxannoowwan gaggaarii Adeemsa Hojii Baay’ina qindeessuun babal’isuu Ijoo Gabaasaan, Ijaarsa qorannoo Dandeetii Bulchinsa fi taasifame Mareedhaanii fi irratti leenjiidhaan kan hundaa’e. Gaarii 2 Imaammata ijaarsa dandeettii hojii irra oolchuu fi hojiilee ijaarsa dandeettii gaggeeffamaniif deeggarsa ni 6 Sagantaadhaan kennina; Manneen Hojii mootummaa Adeemsa Hojii Yeroo Gorsaa fi leenjii Gaaffii naannichaa kennuun keessatti hojii Ijoo Ijaarsa barbaachisetti dandeettii raawwachiisummaa Dandeetii deeggarsa laachuudhaan dhiyaatu hundaa’uudhaan fi ni Bulchinsa cimsina; Gaarii Ga’umsa hojii hojjettoota Adeemsa mootummaa mirkaneessuu Hojii Waltajjii maree fi Gabaasaan, Odeeffannoo gabaasa Karoora, ji’aan, haan, Misoomaa fi Itti supperviizyinii waliinii Fayyadama waggaatti Qabeenya Namaa lama, Sagantaadhaan ji’a supperviizyiniid waltajji fi si’a waltajjii waltajjii uummataan uummataa ji’a sadiin 3 Hojii irra oolmaa paakeejiiwwan gaarii bulchiinsa ilaalchisee yeroodhaan yeroo qorannoo gaggeessuudhaan bulchiinsa gaarii raawwii ni mirkaneessina; Rakkoolee bulchiinsa gaarii Adeemsa Hojii Waltajjii maree Gabaasaan, 7 Sagantaadhaan irratti Naannichaa qorachuun bu’aa Ijoo argame Ijaarsa uummataaf Dandeetii fi fi gabaasaa ji’a supperviizyinid ji’aan, haan supperviizyinii dhiyeessuun murtee itti kennuu Bulchinsa waggaatti Gaarii waltajjii waliinii fi si’a waltajjii uummataan lama, waltajjii uummataa ji’a sadiin Hirmaannaa uummataa hojiilee Adeemsa Hojii Waltajjii maree Gabaasaan, misoomaa, diimokiraasii bulchiinsa gaarii fi Ijoo Ijaarsa keessatti Dandeetii mirkaneessuu fi fi gabaasa ji’a supperviizyinid ji’aan, haan, supperviizyinii Bulchinsa waggaatti Gaarii Sagantaadhaan waltajjii waliinii fi si’a waltajjii uummataan lama, waltajjii uummataa ji’a sadiin taasisuun 4 Manneen rakkoo irratti taasisuu hojii mootummaa Adeemsa Hojii Waltajjii mareef Supperviizyinii kiraa-sassaabdummaa Ijoo akka duulan Ijaarsa ta’uu Dandeetii Bulchinsa fi gabaasaa ji’a dhaan waltajjii ji’aan, waliinii, suppervizyinii waltajjii 8 Sagantaadhaan waggaatti Gaarii si’a uummataan lama, waltajjii uummataa ji’a sadiin taasisuun Tarsiimoowwan adda addaa qopheessuun 5 Naannicha keessatti gurmaa’insa, hojmaataa fi humni namaa gahumsa qabu hojii irra akka oolu ni taasifna; Manneen hojii mootummaa Adeemsa Hojii Guyyoota Naannichaa keessatti Ijoo Gurmaa’insaa, gurmaa’isna, sadarkaa hojii fi miindaa murteessuu Qorannoo barbaachisummaa 15 Gaaffii keessatti dhiyaatuu fi imaammata Ramaddii Hojii fi Faayidaalee humna namaa fi gurmaa’insa mootummaa Ibsa tarreeffama hojii jiru qorachuun. Labsii manni hojichaa itti dhaabbate Maqaa gita hojii, sadarkaa fi dandeettiiwwan barbaachisan (hard & soft 9 copy) Ramaddii dabalataa yoo ta’e sababa barbaachisummaa ramaddii Ramaddii yoo irra ta’e deebi’ame sababa barbaachiseef. ramaddii Adeemsa Qajeelfamoota sadarkaa gita siivil Ijoo hojii sarvisii sadarkaa ykn Naannichatti 6 Imaammata, misooma Naannichaa yeroo isaa raabsuun Federaalaa Gurmaa’insaa, eeggatee Ramaddii Hojii fi hordoffii ba’an ni karooraa human fi Adeemsa Hojii Yeroo barbaachisetti qopheessuun Karoora, hooggansa raabsuun qabeenya humna namaa fi sirna ragaalee manneen hojii qopheessuun leenjii kennuu fi Misoomaa fi Itti Qabeenya Namaa Sirna fi Dokumentii Fayyadama 7 dhiyaatu hundaa’uudhaan taasisuun namaa Odeeffannoo hojiirra ni oolchina; mana deeggarsa Faayidaalee raawwachiifna. Gaaffii Hojii Itti fufiinsaanii fi Qajeelfama bifa walfakkaatuun akka ijaaramu 10 Sagantaadhaan hojii irra irratti taasisuu. Qaxarriin, ramaddiin, guddinni Adeemsa hojjettootaa, Ijoo sadarkaa Hojii Gaaffiin Raawwii dhiyaatee dabalanni miindaa, jijjiirraan, Seerotaa guyyoota leenjii fi naamusni hojjettoota keessatti siivil sarvisii qajeelfama seeraa fi Eeruu Deeggarsaa hordoffii 30 fufinsa itti tajaajilamtootaa fi sagantaadhaan qabu taasisuun, fi mootummaatiin raawwatamuu isaa ni hordofna; Hojii bulchiinsa humna namaaf Adeemsa gaaffii dhiyaatuuf deebii Odeeffannoo barreeffamaanis ta’e afaaniin Karoora, Misoomaa fi Itti kennuu Footoo Kooppii Dhimmoota Hojii Barreeffamaan guyyaa 1, afaaniin fi ‘CD’ dhaan barreeffamaa daqiiqaa gaaffichi 30 keessatti Fayyadama Qabeenya Namaa deebii barbaadaniif qaama itti gaafatamuun mallattaa’ee barreeffamaan dhiyaachuu qaba Gaaffii afaaniif eenyummaa waraqaa qabatee dhiyaachuu qaba CD’n yoo ta’e CD haaraa Tajaajila yeroo hojjetaan Adeemsa Hojii Guyyaa 1 Barreeffamaan mootummaa soorama itti ba’u Odeeffannoo dheeressuu Gaaffichi hojjetaan soorama ba'uu dura ji’a sagal dura Karoora, dhiyeessuu Misoomaa fi Itti 11 Bu’aa barumsi, beekumsii fi Fayyadama Qabeenya Namaa dandeettiin addaa inni/isheen qabu/du waajjirichaaf buusu ibsuu Guddina sadarkaan, miindaan yookiin qacarriin hojjetaa bakka argachuuf bu’u carraaqqii godhame Hojjetaan/ttuun hojichaaf ga’eessa ta’uun ragaa mana yaalaatiin mirkaneeffamuu Hojjetaan/ttuun tajaajilicha itti fufuuf kan walii gale ta’uu qaba Duub-deebii gamaggama Adeemsa Hojii raawwii hooggansa qabeenya Ijoo Raawwii humna namaa manneen hojii Seeraa kennuu Gaaffiin Footoo kooppii Waraqaa eenyummaa dhiyaatee fi CDn guyyoota 30 keessatti Sababa barbaachisummaa gabaasa duub-deebii barreeffamaan kan ibsu Qorannoo barbaadamu 12 fi hojiif kan yoo ta’e waraqaa deeggarsaa barreeffame Dhaabbilee xalayaa yoo ta’an mallattoo itti gaafatamaan dhimmi isaa ilaallatu kan qabu Gaaffiiwwan seerota, Adeemsa Hojii qajeelfamootaa fi hojiiwwan Ijoo Raawwii siivil sarvisiif deebii kennuu Seeraa Guyyaa tokko Footoo kooppii waraqaa eenyummaa keessatti xalayaa deeggarsaa fi CDn ka’umsa gaaffii tajaajila gorsaa kan agarsiisu ibsa gabaaba barreeffamaan 8 Gosa durgoo, Adeemsa kaffaltii, Hojii Guyyoota onnachiiftuu adda addaa fi Ijoo iskeelii keessatti akka irra oolu ni taasifna; hojii fi Maqaa hojjetaa, maqaa gita workishooppii qorannee Gurmaa’insaa, miindaa dhiyeessuudhaan 20 Leenjii kennuu Ramaddii Hojii fi qajeelfama Faayidaalee raabsuun hojii, fi sadarkaa, lakk. waraqaa eenyummaa, gita hojii fi miindaa ji’aa Durgoon jijjiirraa kan gaafatamu yoo ta’e unka gaafannoo durgoo lakk. 1 tti guutamee dhiyaata. Kaffaltii yeroo hojiin alaa (part time) yoo ta’e ibsi 13 sababiin hojichi yeroo hojii idileetti hojjetamuu hin dandeenyeef ni dhiyaata. 9 Dhimmoota bulchiinsa humna namaan walqbatanii mana murtii bulchiinsaatti dhiyaatan qulqulleessuun furmaata ni kennina Galmeewwan dhimma Adeemsa Hojii qabeenya humna namaan Ijoo Raawwii walqabatanii ol-iyyannoon Seeraa Guyyoota 30 kan Iddoo hin abbaan murtoon caalle dhimmaa keessatti qaamaan dhiyaatan qorachuun murtoo argamanitti itti ni kennina. murtoo ibsuun mana barreeffamaan hojichaa yoo ta’e galagalcha murtichaa murtoon kan kenname afaaniin yoo ta’e uunka iyyannoo kakuudhaan deeggarame guutuu ol-iyyannoon osoo murtoon koree naamusaa fi komii qulqulleessaan ilaalamiin ragaaleen hin kennameef yoo jiraatan kooppii lamaan qophaa’ee 14 dhiyaachuu qaba koree naamusaa fi komii qulqulleessaan qulqullaa’ee kan murtaa’e yoo ta’e galagalchi galmee koreen ittiin qulqulleesse kooppii lamaan qophaa’ee dhiyaachuu qaba Yeroo ol-iyyannoon itti dhiyaatu kaffaltiin kan walqabate guyyoota 90 keessatti hojii irraa ittifamuu, addaan cituu tajaajilaa fi adabbii naamusaa cimaa kan ilaallatu yoo ta’e guyyoota 30 keessatti Guyyaa ol-iyyannoon dhiyaatu itti keessatti dhiyeessuun yoo dadhabame sababa itti hin danda’amneef unka mana murtiin qophaa’e 15 irratti guutuu, ragaa jiru kooppii lamaan oriijinaala waliin dhiyaachuu qaba. Diddaa raawwii seeraa irratti Guyyoota 10 kan Qaamaan iyyannoo hin Adeemsa Hojii dhiyaatu Ijoo Raawwii Seeraa raawwachiisuu Guyyoottan 30 kennaman caalle argamuudhaan keessatti barreeffamaan keessatti murtoon kenname yoo hin raawwatamneef, unka raawwannoo qophaa’e irratti guutuun galmee bansiisuutu irra jira. 10 Odeeffannoowwanii fi ragaalee Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii ilaallatu tajaajilamtootaaf ni dhiyeessina Odeeffannoowwan adda addaa Adeemsa hojii Biiroo Siivil Bulchiinsa Sarvisii Gaarii Guyyaa 1 kooppiidhaan, fi dhimmoota CDn, ilaallatu kominikeeshinii kennuu af- qaama ilaallatu irraa gaaffii barreeffamaan dhiyaate gaaffiin, waraqaa eenyummaa websaayitiin unka gaafannoo odeeffannoof qophaa’e Kuusaa dhuunfaarraa Adeemsa Hojii Sa’a 2 keessatti odeeffannoo qabeenya humna Odeeffannoo Footoo kooppiin Karoora, 16 Gaaffilee manneen irraa dhiyaatan hojii Gaaffilee nama dhuunfaan Misoomaa fi Itti namaa kennamu Fayyadama kennaman yoo ta’e iyyataa Qabeenya Namaa Seerotaa fi labsii ittiin Adeemsa fi waraqaa eenyummaa Hojii Sa’a 2 Footoo bulmaataa, qajeelfamaa fi Odeeffannoo dambii hojjettoota mootummaa Karoora, kooppiin CDn fudhachuuf yoo barbaadan, CD haaraa Misoomaa fi Itti adda addaa Fayyadama Qabeenya Namaa Gabaasa waggaa istaatiksii Adeemsa Hojii Sa’a 2 Footoo Odeeffannoo qabeenya humna namaa kooppiin Karoora, Misoomaa fi Itti Fayyadama Qabeenya Namaa 11 Bittaa meeshaalee fi kaffaltii ni raawwanna Caalbaasii meeshaalee addunyaadhaan Adeemsa bituun dhiyeessina hojii Guyyoota 82 Haala Haala ibsa ‘specification’ (specification) bulchiinsa dhiyaateen qulqullinaa faayinaansii hordoffii dhiyeessuu ni bittaa fi meeshaalee fi ulaagaa guutuu taasisuun Caalbaasii biyya keessaan Adeemsa hojii Guyyoota 32 17 Haala Haala ibsa meeshaalee meeshaalee bituun dhiyeessina. ‘specification’ (specification) bulchiinsa dhiyaateen qulqullinaa faayinansii hordoffii dhiyeessuu ni bittaa fi fi ulaagaa guutuu taasisuun Kaffaltii meeshaalee bitamanii Adeemsa fi qaamolee tajaajila kennaniif bittaa yeroodhaan ni raawwanna. hojii Sa’a 2:30 Akkaataa fi bulchiinsa faayinansii Haala ibsa waliigatee (specification) taasifameen qulqullinaa dhiyeessuu 18 meeshaalee fi ulaagaa guutuu 11. Waadaa Tajaajilamtootaaf Galame Akkaataa chaarterii kana irratti qophaa’een lammiileef tajaajila ni kennina; tajaajilamtoota kabajaan, haqaanii fi loogii tokko malee ni tajaajilla. 12. Mirga Lammiilee Tajaajila biirichaan kennamuun wal qabatee odeeffannoo quubsaa ta’e argachuu Tajaajila barbaadu yeroo ka’aame keessatti yoo argachuu dhabe sababa isaa ifatti beekuu Tajaajilaa fi murtii haqa-qabeessa argachuu Qaama miidhamtoonni, manguddootnii fi qaamoleen hawaasaa tajaajila addaa isaan barbaachisu haala adda ta’een qajeelfama irratti hundaa’uun keessumsiifamuu fi tajaajiila argachuu Yaadaa fi komee jiru dhiyeessuu Komee dhiyaateef deebii haqa-qabeessa ta’e argachuu Ragaa raawwii fi karoora biirichaa argachuu Yoo deebii quubsaa argachuu hin dandeenyetti qaamolee miidiyaatti, Dhaabata Mirga Namummaatti, Dhaabbata Abbaggaar uummataa fi qaamoolee dhimmi ilaallatutti beeksisuuf mirga qabu. 13. Dirqama Lammiilee Sadarkaa kenniinsa tajaajilaa qopheessinne kanatti seeraa fi kabajaan itti fayyadamuu; Haaldureewwan tajaajila argachuuf barbaachisan guutanii dhiyaachuu; Odeeffannoowwan tajaajila kennamuun wal qabatan yeroo gaafataman deebii siirrii kennuu Riifoormii hojii irra oolchuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuu keesatti dammaqinaan hirmaachuu. 14. Sirna Komiin Itti Dhiyaatu Lammiin haala chaarterii qophaa’een tajaajila hin argatiin mirga komee dhiyeeffachuu ni qaba. Akkaataa komeen itti dhiyaatuu fi furmaata argatu haala armaan gadiitiin kan raawwatu ta’a. Lammiin komee qabu komee isaa raawwataa/ittigaafatamaa tajaajila sana kenneef qaamaan argamuun afaaniin, barreeffamaan ykn bilbilaan, faksiidhaan fi emeeliidhaan ibsachuu ni danda’a. 19 Ittigaafatamaan ykn raawwataan komeen itti dhiyaate komicha qulqulleessuun guyyaa tokko keessatti qaama komee dhiyeeffateef deebii quubsaa kennuu qaba; Lammiin deebii kanatti quufuu dhabe ofiisera naamusaatti dhiyeessuun guyyaa tokko kan hin caalle keessatti deebii argachuu qaba; Lammiin haala kanaanis itti quufuu dhabe dhimmicha qaama ol-aanaa mana hojichaatiif dhiyeessuun guyyaa tokko keessatti deebii argachuu qaba; Dhumarrattis sadarkalee armaan oliitiin yaalii taasifamee fi murtee kenameen lammiin itti hin quufiin Dhaabbata Abbaagar ykn Dhaabbata mirga namummaattii fi sab-quunnamtii (media) uummataatiif dhiyeessuun furmaata barbaaduu ni danda’a. 15. Hirmaannaa Gochuu fi Yaada Kennuu Lammiileen yaada fooyya’insaa, eeruu, gaaffii fi ibsa qaban haala armaan gadii kanaan dhiyeessuu ni danda’u. Biiroo keessatti saanduqa yaadaa fi galmee yaadaa argamutti fayyadamuu ykn afaaniin ibsuun; Waltajii maree qophaa’utti fayyadamuun Xalayaan, Lakkoofsa sanduuqa postaan-25753 Bilbilaan 011-5-15-50-14 Faksiidhaan 011-1-243514/011-5-159251 Weebsaayitiidhaan http://10.105.1.111/ocbb E-mailiidhaan [email protected] ykn [email protected] 16. Sirna Hordoffii fi Gamaaggama Biiroo Kanaan Taasifamuu Qabu Biirichi akkaataa chaarterichaan lammiileen tajaajila argachuu isaanii hodoffii fi deeggarsa gochuun ni mirkaneeffata; Dhimmoota kanarratti itti gaafatamtoonnii fi raawwatoonni adeemsaaleen hojii itti gaafatamummaa qaban akkaataa chaarterichaatiin tajaajila kennuu isaanii raayyaa jijjiiramaatiin torban torbanii fi ji’a ji’aan gamaaggama taasisuun hooggansa ol-aanaa Biirichaaf gabaasni ni dhiyaata; Gabaasota hordoffii fi gamaaggama yeroo yeroon dhiyaatu bu’uura gochuun tarkaanfiiwwan sirreeffamaa ni taasisa; Waltajjiiwwan tajaajilamtootaa gurmaa’uu fi hojii irra ooluu isaanii ni mirkaneessa; 20 Qaama bilisa ta’een itti quufinsi tajaajilamtootaa akka sakatta’amuu ni taasisa; Sirni komeen itti keessumeeffamu diriiruu fi hojii irra ooluu isaa ni mirkaneessa. 17. Teessoo Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Teessoon Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Magaala Finfinnee ta’ee: A. Waajjirri I//A/Pirezidaantii fi Hoogganaa Biiroo, akkasumas Waajjirri I/A Hoogganaa fi I/G/Damee Sagantaalee Riifoormii Boolee naannoo Gamoo Dambal mooraa Waajira Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti argama. B. Waajjirri I/A Hoogganaa fi I/G/Damee Siivil Sarvisii Arat Kiloo naannoo Waajjira Ministeera Baranootaa Federaalaatti argama. Gabatee 2: Teessoo Hoogganaa Biiroo, Itti aantota Biiroo fi Adeemsaalee Hojii T.L 1 Iddoo/Adeemsaalee Hojii Ijoo Waajjira I//A/Pirezidaantii fi Hoogganaa Teessoo Lakk. Bilbilaa Faaksii E-maile 011-5-51-39-06 011-5-51-96-33 [email protected] BSSBGO 2 Waajjira I/A Hoogganaa m fi I/G/Damee 011-5-51-50-71 011-5-15-92-51 [email protected] Waajjira I/A Hoogganaa fi I/G/Damee Siivil 011-1-23-99-53 011-1-24-35-14 [email protected] 011-5-51-50-71 011-5-15-92-51 [email protected] Sagantaalee Riifoormii 3 Sarvisii 4 Adeemsa Hojii Ijoo Ijaarsa Dandeettii fi Bulchiinsa Gaarii 5 Adeemsa Hojii Dhimmoota Kominikeeshinii 011-5-15-50-14 011-5-15-92-51 [email protected] 6 Waajjira Qindeessaa Sagantaa Fooyya’insa 011-5-15-49-61 011-5-15-92-51 [email protected] 011-1-23-99-54 011-1-24-35-14 [email protected] 011-1-23-99-57 011-1-24-35-14 [email protected] Sirna Haqaa 7 Adeemsa Hojii Ijoo Gurmaa’insaa, Ramaddii Hojii fi Faayidaalee 8 Adeemsa Hojii Odeeffannoo Karoora, Misoomaa fi Itti Fayyadama Qabeenya Namaa 9 Adeemsa Hojii Ijoo Raawwii Seeraa 011-1-23-99-52 011-1-24-35-14 [email protected] 10 Adeemsa hojii bittaa fi bulchiinsa faayinansii 011-5-15-03-20 011-5-15-92-51 [email protected] 21
© Copyright 2024