ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT DhaamasaWaggaaHaarawa2017HayyuDureeABOGalaasaaDilbooirraa JaallanifiLammiiwwan, Waggaan haarawn as deemu kan gammachuu isiniif haa ta’u! Simannaawaggaahaarawakanmaatiifijaallewankeessanwaliin gammachuun akka dabrsitan nin abdadha. Akkuma barri haarawaan dhihaachaa dhufeen maaliin akka as bahu if dura laalaniiittiyaaduungaariidha. Haata’u malee, haala bara 2016 keessa dabarre shaffisaan laaluunishinhammaatu.Haallikeessaturrehaalaanhamaature,biyyakeenyaOromiyaas miidhaahedduutuirragahe.Akkumabarri2016seeneendardaraafishamarrankeenyaan kan durfamu diddaan uummataa guutuu Oromiyaa keessatti dhohe, lakkuma turaa deemneen diddaan mootummaa gabroofattuu Adda Bilisa baaftuu Ummata Tigraay (Wayyaanee) irratti uummata Oromoo hundaan daangaa tii hamma daangaatti itti fufe. DeebiingabroomfataamootummaaWayaaneewaanilmoonamaarraaeegamuhinturre,itti fufuudhaan Onkololessa 2, 2016 Bushooftuu ayyaana Irreechaa irratti lubbuun ilmaan Oromoohedduungalaafatame. Waggaa2016dabrekanakeessauummannikeenyahedduminaanbiyyaisaaniifwareegama isa dhumaa baasanii jiru, kumaatamaan dallaa Naaziin walqixaa keessatti dararamaa jiran, akkasumaskumaatamaanmanahidhaaimpaayerichaakeessattitumamaajiru.Baraamma dhumaa jiru kana keessa shororkaa humna mootummaan dararamaa fi aangoo humna waraanaanbitamaajira. Wanneen armaan olitti tarreefaman kun hundaa irratti raawwatamee iyyuu uummanni keenya injifannoo galmeessanii qabsoo bilisummaa Oromoo sadarkaa olaanaatti tarkaanfachiisanii jiru. Yeroo kamiyyuu caalaa qabsoon keenya gurra adunyaa seenee jira. JagnootakeenyakanneenlubbuuisaaniiwareeganiihammeenyahumnaWayyaaneesaaxilan ulfinniifigalanniisaaniifhaatahunjedha. Dhaaba keessattis caasaa fi bulchiinsa fooyyessuun, ABO bilisomee fi kan if danda’e akka tauufkaraatolchineejirra.Gaaffiiuummatakeenyaaisadhaabbataakantahetokkummaa humnoota bilisummaa Oromoo fiixaan baasuuf jalqabnee jirra. Waggaa as deemu kana keessattihumnaafidandeettiikeenyatooraanqindeeffachuudhaanqabsookeenyasadarkaa amansiisaattitarkaanfachiisuufwaadaaseenna. www.oromoliberationfront.net [email protected] Gabaabaattihaalliammakeessajirruhamaadha.Akkamiyyuuhaalliihamaahaatahumalee, hojii keenya toora galfachuun akka nurra jiru ni hubanna. Walabummaa Oromiyaa wiirtuu hojii keenyaa godhachuudhaan dandeetii fi qabeenya keenyaa tooraan dhimmarra oolchanna,dhaabakeenyasnijabeeffanna.Waannihojjennajenneewaadaaseennukana bikkaangahuudhaafuummannikeenyaakkanu-waliindhaabbatuhomaashakkiihinqabnu. Waggootni muraasni dabran kun hunduma keenyarratti dhiibbaa guddaa akka qabaatan beekamaadha.Haata’umalee,yeroohamaakanakeessamurannoofigargaarsaagarsiisaa turtaniifisingalatoofachuunbarbaada.Hundumaacaalaayerooanimarraalammaffaaqooda kiyyaqabsookanaafgumaachuufifkenneedirqamaABOhogganuufudhadhekanatti,jaalala, amantaafiabdiinarraaqabdanna-garsiisuukeessaniifulfaadhaanjedha. Barriasdeemukunisdirqamabiraatiindhufuumala,haata’umalee,yoowliinhojjenne,yoo Oromiyaa walaboomsuu hojii keenya isa duraa godhannee itti bobbaane gabrummaa waggoota150iffirraabuqqisuunnidanda’ama.Anaafkunbaranawaanhundumaacaalaa kanin irratti xiyyeefadhu taha akkasumas isin, miseensonni ABO, deggertoonni fi guutummaansabaOromooakkawaankanarrattixiyyeeffattanmamiihinqabu. Oromiyaannibilisomti! Galaasaa Dilboo GalaasaaDilboo H/DABO 2
© Copyright 2025