EBLA 2016 Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa BARREEFFAMA QOANNAA WALGAII + La kk . 2 2 0 16 34567 YESUS KAN DHIPHATEE FI KAN DUE MAALIIFI? MASARAA EEGUMSAA MASARAA EEGUMSAA (fuula dhumaa) Gaaffii: Yaada caqasa kana irra jiru beektaa? Gaaffii: Mee gaaffii kanaaf deebiiwwan yeroo baayee kennaman qalbeeffadhu. [Gaaffii jalqabaa fi deebiiwwan kennaman sadan dubbisi.] Ati hoo maal jetta? Caqasa: Yoh 3:16 AYYAANA YAADANNOO DUA YESUS ROOBII, BITOOTESSA 14, 2008 Barreeffamicha Kennuuf: Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun Yesus dhiphachuu fi duuun isaa akkamitti akka si fayyaduu dandau ibsa. Barumsa Macaafa Qulqulluu MACAAFNI QULQULLUUN Maal BARSIISA? Gaaffii: Namoonni Waaqayyootti amanan hedduun gara isaatti akka dhihaatan isaanitti dhagaama. Kitaabni Qulqulluun Waaqayyootti akka dhihaannu kan nu afeeru tauu isaa beektaa? Gaaffii: Yaq 4:8a Barreeffamicha Kennuuf: Kitaabni kun Kitaaba Qulqulluutti fayyadamuudhaan waaee Waaqayyoo caalaatti barachuuf akka nu gargaaruuf kan qophaae dha. [Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu boqonna 1 ibsi.] Caqasa: Mat 4:1-4 Barreeffamicha Kennuuf: Diiyaabilos Yesusii wajjin kan dubbatee fi kan isa qore erga taee, Diiyaabilos amala hammeenyaa qofa miti jechuu dha. Kitaabni Qulqulluun Diiyaabilosiin ilaalchisee wanta ibsu kan biraa qabaa? Mata dureen kun dhimma kana irratti ibsa balaa kenna. ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU Gaaffii: Caqasa: Barreeffamicha Kennuuf: Obbolootaa fi obboleettota walgaii biyyoolessaa bara 2014tti, Niiwu Jarsii, Yunaayitid Isteetisitti geggeeffame irratti argaman Ittiin Lixa E B L A 4 - 1 0 IYO O B 1 6 - 2 0 ˙ Faarfannaa 50 fi Kadhannaa ˙ Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad) BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI ˙ “Jechoota Gaarummaa Argisiisaniin Warra Kaan Jajjabeessaa!”: (Daq. 10) Iyo 16:4, 5—Namni gorsa kennu dubbii isaatiin warra kaan kan jajjabeessu tauu qaba (w90-AM 6-111 ful. 22 key. 6-7) Iyo 19:2—Dubbii hamaan Biildaad dubbate, Iyoob aariidhaan akka dubbatu godheera (w06-AM 3/15 ful. 15 key. 6; w94-AM 10/1 ful. 32) Iyo 19:25—Iyoob yommuu qorumsi cimaan isa irra gae, abdiin duaa kauu isa jajjabeesseera (w06-AM 3/15 ful. 15 key.5; it-2-E 735 key. 2-3) ˙ Ittiin Lixa Jia Kanaa Qophaai: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaae hunda taphachiisi; achiis yaada ijoo irratti mariadhaa. Ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan babalistoota jajjabeessi. AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU ˙ Faarfannaa 42 ˙ “Mata Duree Haaraa Maree Jalqabuuf Gargaaru”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Hundumtuu maree qoannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru gochuudhaaf, mata duree “Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?” jedhutti akka fayyadaman jajjabeessi. ˙ Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8) Iyo 19:20, miiljalee NW—Iyoob “gogaa ilkaan kootii duwwaadhaanan miliqe” yeroo jedhu maal jechuu isaa ture? (w06-AM 3/15 ful. 15 key. 1; it-2-E 977 key. 1) ˙ Gaaffii Dubbistootaa: (Daq. 5) Haasaa Masaraa Eegumsaa Guraandhala 15, 2015, fuula 30, keeyyata 4-6 irratti hundaaee jaarsaan dhihaatu. Iyo 19:26—Namni Yihowaa arguu hin dandau erga taee, Iyoob “Waaqayyoon arguu” kan dandae akkamitti? (w94AM 11/15 ful. 19 key. 17) ˙ Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 2 key. 1323, Irra Deebii ful. 27 (Daq. 30) Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaee Yihowaa maal na barsiisa? ˙ Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3) ˙ Faarfannaa 17 fi Kadhannaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandau isa kami? ˙ Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 19:1-23 (Daq. 4 ykn isaa gad) Mata Duree Haaraa Maree Jalqabuuf Gargaaru Amajjii 2016 jalqabee, fuula dhumaa Masaraa Eegumsaa irratti mata duree haaraan “Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?” jedhu ni baa. Mata duree haaraan kun kan qophaae yaadawwan Kitaaba Qulqulluu irratti maree jalqabuuf akka gargaaruufi dha. Akkaataan itti qophaae akkaataa tiraaktonni keenya itti qophaaanii wajjin wal fakkaata. Gaaffii ilaalchaa, deebii Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaee fi qabxiilee maree dabalataa gochuuf gargaaran kan qabate dha. 2 Yaadawwan Kitaaba Qulqulluu irratti maree gammachiisaa gochuun gara qoannaatti ceuuf gargaara. Mata duree haaraa kanatti fayyadamuudhaan namoonni fedhii hafuuraa isaanii akka guuttatan gargaaraa.—Mat 5:6. ITTI FAYYADAMUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI? KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA? Yeroo duunu maal taana? raanna kan jedhan sia tau, warri kaan immoo duuti dhuma waan hundumaa ti jedhu. Ati maal jettee amanta? MAAL SITTI FAKKAATA? ˙ Eeyyee ˙ Lakki ˙ Tauu dandaa KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA? Kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu naa ergaa 4 Barruu sana kenniif 5 Deebitee dhaquuf haala mijeessi; achiis gaaffii isa lammaffaa irratti mariadhaa MAQAA TEESSOO Teessoo argachuuf fuula 2 ilaali s Caqasa mata duree “Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?” jedhu jala jiru dubbisi; achiis caqasicha irratti yaada inni qabu gaafadhu. Yoo yeroo qabaate, mata duree “Wanta Dabalataa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barannu” jedhutti fayyadamuudhaan maricha itti fufi AFAAN Odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaae kana boqonnaa 6ffaa ilaali p 3 ˙ Yeroo baayee Kitaabni Qulqulluun duaa fi hirriba wal fakkeessa. (Yohannis 11:11-14) Akkuma nuyi nama rafe dammaqsuu dandeenyu, Waaqayyos namoota duan kaasuu ni dandaa.—Iyoob 14: 13-15. ˙ Kitaabni Qulqulluun namoonni duaa kaan baayeen akka jiran kan dubbatu sia tau, kun immoo namoonni duan akka kaan amanuuf buuura nuu taa.—1 Mootota 17:17-24; Luqaas 7:11-17; Yohannis 11:39-44. ˙ Nama jalqabaa kan tae Addaam yeroo due gara biyyootti deebie. (Uumama 2:7; 3:19) Haaluma wal fakkaatuun, kan duu hundi gara biyyootti deebia.—Lallaba 3:19, 20. ˙ Namoonni duan cubbuu isaanii irraa bilisa baaniiru. (Roomaa 6:7) Namni tokko erga duee booda adabbii kan biraan hin jiru. Barruu kanaa fi kanaan dura baan kaffaltii malee garagalfadhu Isa dhaggeeffadhu, deebii inni kennuufis isa galateeffadhu WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA BARANNU WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA BARANNU n o 2 ‘Duaa kauun jira.’—Hojii Ergamootaa 24:15. “Warri duan garuu waan tokko iyyuu hin beekan.” (Lallaba 9:5) Yeroo duunu, jireenyi keenya addaan cita. Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama Gaaffiiwwan dhihaatan keessaa tokko gaafadhu Namoonni duan deebianii jiraachuu dandauu? NAMOONNI TOKKO TOKKO bifa kan biraatiin ji- MACAAFNI QULQULLUUN Maal BARSIISA? 1 Kitaabni Qulqulluun Intarneetii irratti afaan 100 oliin argama www.jw.org/om ilaali ykn koodii kana dubbisiisi EBLA 4 - 10 IYOOB 16-20 Jechoota Gaarummaa Argisiisaniin Warra Kaan Jajjabeessaa! 16:4, 5 Namni gorsa kennu dubbiin isaa warra kaan kan jajjabeessu tauu qaba ˙ Iyoob baayee gaddee fi dhiphatee waan tureef deggersii fi jajjabinni warra kaanii isa barbaachisee ture ˙ Michoonni Iyoob sadan wanta isa jajjabeessu tokko illee hin dubbanne. Kanaa mannaa, isa ceephauudhaan caalaatti isa dhiphisan 19:2, 25 Dubbii hamaan Biildaad dubbate, Iyoob aariidhaan akka dubbatu isa godheera ˙ Iyoob Waaqayyo boqonnaa akka isaaf kennu, kaan illee hafee duaan akka isa boqochiisu kadhateera ˙ Iyoob abdii duaa kauu irratti kan xiyyeeffate sia tau, amanamaa taee itti fufeera WARRA IYOOBIIN CEEPHAAN Eliifaaz: Ceephoo sobaa: ˙ Tarii nama Temaan isa biyya Edoom tauu hin oolu. Ermiyaas 49:7 irratti Temaan, wiirtuu ogummaa biyya Edoom akka taate ibsameera ˙ Amanamummaa Iyoob qabu irratti kan gaise tauu isaa irra iyyuu, Waaqayyo tajaajiltoota isaa irratti amantii akka hin qabne dubbateera (Iyo 4, 5) ˙ Namoota Iyoobiin ‘jajjabeessan’ keessaa Eliifaaz jalqaba irratti kan dubbate, umriidhaan waan hunda isaanii caaluu fi iddoo guddaa waan qabuuf tauu hin oolu. Sia sadii kan dubbate sia tau, namoota lamaan caalaas yeroo dheeraadhaaf dubbateera ˙ Eliifaaz, Iyoob qajeelaa akka taetti kan of ilaalu, hamaa fi Waaqayyoon kan hin sodaanne akka tae dubbateera (Iyo 15) Biildaad: Ceephoo sobaa: ˙ Sanyii Shuaahii ti. Naannoo Laga Efraaxiis jiraatee tauu hin oolu ˙ Ijoolleen Iyoob cubbuu akka hojjetan, balaan isaan irra gae kan isaaniif malu akka taee fi Iyoob iyyuu Waaqayyotti akka hin amanne dubbate (Iyo 8) ˙ Lammaffaa irratti kan dubbate isa ture. Sia sadii kan dubbate yommuu tau, dubbiin isaa gaggabaabaa fi kan Eliifaaz caalaa Iyoobiin kan miidhu ture Zofaar: ˙ Naaimaaticha kaaba dhiha biyya Arabaa jiraachaa ture tauu hin oolu ˙ Sadaffaa irratti kan dubbate isa sia tau, warra kaan caalaa garmalee Iyoobiin ceephaeera. Sia lama qofa dubbate ˙ Eliifaaz, Iyoob sassattuu fi murtoo kan jalisu akka tae, akkasumas namni Waaqayyo duratti faayidaa akka hin qabne dubbateera (Iyo 22) ˙ Iyoob nama jalaa akka tae dubbate (Iyo 18) ˙ Namni amanamaa tauun isaa faayidaa akka hin qabne dubbate (Iyo 25) Ceephoo sobaa: ˙ Iyoob sobduu akka tae dubbachuudhaan isa ceephae; akkasumas yakka hojjetu akka of irraa fageessu isatti hime (Iyo 11) ˙ Iyoob nama jalaa fi cubbuutti gammadu akka tae dubbate (Iyo 20) 5 2016 Christian Congregation of Jehovah’s Witnesses. Printed in Germany. 5 Druck und Verlag: Wachtturm Bibel- und Traktat-Gesellschaft, Selters/Ts., V. i. S. d. P. Manfred Steffensdorfer, Selters/Ts. 3 E B L A 1 1 - 1 7 IYO O B 2 1 - 2 7 ˙ Faarfannaa 52 fi Kadhannaa ˙ Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad) BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU ˙ “IyoobYaada Dogoggoraa Moeera”: (Daq. 10) Iyo 22:2-7—Eliifaaz sobaan hadheessuudhaan, akkasumas ilaalcha dhuunfaa irratti hundaauudhaan gorsa kenne (w06-AM 3/15 ful. 15 key. 7; w05-AM 9/15 26-27; w95-AM 2/15 ful. 27 key. 6) Iyo 25:4, 5—Biildaad yaada dogoggoraa dubbate (w05-AM 9/15 ful. 26-27) Iyo 27:5, 6—Iyoob warri kaan amanamummaa isaa eegaa akka hin jirre isa amansiisuuf yommuu yaalan yaada isaanii hin fudhanne (w09 8/15 ful. 4 key. 8; w06-AM 3/15 15 key. 9) ˙ Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8) Iyo 24:2—Dhagaa daarii buqqisuun adaba guddaa kan geessisu maaliif ture? (it-1-E ful. 360) Iyo 26:7—Wanti Iyoob lafa ilaalchisee dubbate xiyyeeffannaa namaa kan harkisu maaliifi? (w15-AM 6/1 ful. 5 key. 4; w11 7/1-AM ful. 26 key. 2-5) Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaee Yihowaa maal na barsiisa? Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandau isa kami? ˙ Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 27:1-23 (Daq. 4 ykn isaa gad) TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI ˙ Guyyaa Jalqabaa: Fuula jalqabaa wp16.2—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad) ˙ Deddeebii Gaaffii: Fuula jalqabaa wp16.2—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad) ˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu: bh ful. 145 key. 3-4 (Daq. 6 ykn isaa gad) AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU ˙ Faarfannaa 54 ˙ Aboottee Utuu hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Animeeshinii gabatee adii Aboottee Utuu hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moi jedhu taphachiisi. (JW.ORG/OM baniitii WANTOOTA QOPHAAAN ˛ VIIDIYOOWWAN jalaa argata.) Achiis, gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariadhaa: Ijoolleen abbaa humnaa taan ijoollee kaan kan sossodaachisan maaliif tauu dandaa? Miidhaa ijoolleen abbaa humnaa taan geessisan dhiibbaa akkamii geessisa? Nama abbaa humnaa tae dandamachuu ykn irraa fagaachuu kan dandeessan akkamitti? Ijoolleen abbaa humnaa taan yoo isin miidhan eenyutti himuu qabdu? Kitaaba Gaaffii Dargaggootaa (Amaariffa), Jildii 2, boqonnaa 14 irratti akka xiyyeeffatan godhi. ˙ Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 3 key. 1-13 saanduqa ful. 33 (Daq. 30) ˙ Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3) ˙ Faarfannaa 26 fi Kadhannaa IYOOB 21-27 Iyoob Yaada Dogoggoraa Moeera Seexanni tajaajiltoota Yihowaa yeroo haraa jiran abdii kutachiisuuf sobatti fayyadama. Akkuma Kitaaba Iyoob keessatti ibsame, garaa garummaa soba Seexanni dubbatuu fi wanta dhugumaan Yihowaatti dhagaamu gidduu jiru hubadhu. Caqasawwan Kitaaba Qulqulluu Yihowaan dhugumaan akka siif yaadu mirkaneessan dabalataa tarreessi. SOBA SEEXANNI DUBBATU ˙ Waaqayyo tajaajiltoota isaa irraa wanta hedduu waan eeguuf wanta isaan godhanitti hin gammadu. Uumamni kam iyyuu isa gammachiisuu hin dandau (Iyo 4:18; 25:5) WANTA DHUGUMAAN YIHOWAATTI DHAGAAMU ˙ Yihowaan carraaqqii xinnoo nuti goonu ni dinqisiifata (Iyo 36:5) ˙ Yihowaan tajaajila amanamummaadhaan dhiheessinu ni fudhata; ni eebbisas (Iyo 33:26; 36:11) ˙ Namni Waaqayyo duratti gatii hin qabu (Iyo 22:2) ˙ Qajeelaa yoo taates Waaqayyo dhimma hin qabu (Iyo 22:3) ˙ Yihowaan namoota qajeeloo irraa ija isaa hin buqqifatu (Iyo 36:7) 4 E B L A 1 8 - 24 IYO O B 2 8 - 3 2 ˙ Faarfannaa 17 fi Kadhannaa ˙ Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad) BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU ˙ “Iyoob Amanamummaa Eeguu Ilaalchisee Fakkeenya Taa”: (Daq. 10) Iyo 31:1—Iyoob ija isaa wajjin “kakuu” galeera (w15 6/15 ful. 16 key. 13; w15 1/15 ful. 25 key. 10) Iyo 31:13-15—Iyoob nama gad of qabu, haqa qabeessaa fi warra kaaniif kan yaadu ture (w10 11/15 ful. 30 key. 8-9) Iyo 31:16-25—Iyoob namoota harka qalleeyyii taaniif arjaa ture (w10 11/15 ful. 30 key. 10-11) ˙ Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8) Iyo 32:2—Iyoob ‘Waaqayyoon qajeelaa gochuu irra ofii isaa qajeelaa of gochuuf’ kan yaale akkamitti? (w15-AM 7/1 ful. 12 key. 2; it-1-E 606 key. 5) Iyo 32:8, 9—Eliihuun umuriin isaa warra isa dhaggeeffatanii gad taus dubbachuu akka dandau kan isatti dhagaame maaliifi? (w06-AM 3/15 ful. 16 key. 1; it-2-E 549 key. 6) Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaee Yihowaa maal na barsiisa? Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandau isa kami? ˙ Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 30:24–31:14 (Daq. 4 ykn isaa gad) TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI ˙ Guyyaa Jalqabaa: wp16.2 11-13—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad) ˙ Deddeebii Gaaffii: wp16.2 11-13—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad) ˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu: bh ful. 148 key. 8-9 (Daq. 6 ykn isaa gad) AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU ˙ Faarfannaa 48 ˙ Amanamummaa Warra Kaanii Irraa Barachuu (1Phe 5:9): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Haarooldi Kiingi: Mana Hidhaa Keessattis Amanamaa Taeera jedhu taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariadhaa: Obboleessi keenya Kiingi yeroo mana hidhaa turetti karaa hafuraa jabaatee kan dhaabate akkamitti? Faarfannaawwan Mootummichaa faarfachuun haala rakkisaa nu mudatu dandamachuuf nu gargaaruu kan dandau akkamitti? Amantii cimaan obboleessi keenya Kiingi argisiise kan isin jajjabeesse akkamitti? ˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 3 key. 14-21, saanduqa ful. 34, irra deebii ful. 37 (Daq. 30) ˙ Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3) ˙ Faarfannaa 40 fi Kadhannaa IYOOB 28-32 Iyoob Amanamummaa Eeguu Ilaalchisee Fakkeenya Taa 31:13-15 Iyoob akkaataa namoota itti qabu irratti fakkeenya gaarii taa ˙ Nama gad of qabu, haqa qabeessaa fi gara laafessa ture. Iddoon hawaasa keessatti qabanis tae haalli dinagdee isaanii maal iyyuu yoo tae namoota hundaaf kan yaadu ture 31:16-19 31:1 Iyoob ulaagaa Yihowaan naamusaaf baase hordofuuf kutatee ture Iyoob ofittoo hin turre; kanaa mannaa arjaa ture ˙ Namoota gargaarsi isaan barbaachisu ni gargaara ture ˙ Ija isaa ni toata ture; miira jaalalaatiin kan ilaalus haadha manaa isaa qofa ture 5 E B L A 2 5 – C A A M S A A 1 IYO O B 3 3 - 3 7 ˙ Faarfannaa 50 fi Kadhannaa ˙ Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad) BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU ˙ “Michuun Dhugaa Gorsa Nama Jajjabeessu Namaa Kenna”: (Daq. 10) Iyo 33:1-5—Eliihuun Iyoobiif ulfina akka kennu argisiiseera (w95-AM 2/15 ful. 28 key. 5- ful. 29 key. 3) Iyo 33:6, 7—Eliihuun nama gad of qabuu fi nama gaarii ture (w95-AM 2/15 ful. 28 key. 5-ful. 29 key. 3) Iyo 33:24, 25—Eliihuun yommuu gorsa isaaf kennutti illee Iyoobiin jajjabeesseera (w11-AM 4/1 ful. 23 key. 3; w09 4/15 ful. 4 key. 8) ˙ Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8) Iyo 33:24, 25—‘Fureen’ Eliihuun caqase maal tauu dandaa? (w11-AM 4/1 ful. 23 key. 3-5) Iyo 34:36—Iyoob qorumsi kan isa irra gae hanga maaliitti dha? Kuni hoo maal nu barsiisa? (w94-AM 11/15 ful. 17 key. 10) Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaee Yihowaa maal na barsiisa? Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandau isa kami? ˙ Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 33:1-25 (Daq. 4 ykn isaa gad) TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI ˙ Guyyaa Jalqabaa: Ittiin lixa akka fakkeenyaatti kennametti fayyadamuudhaan waraqaa afeerrii walgaii naannoo 2016 kenni. (Daq. 2 ykn isaa gad) ˙ Deddeebii Gaaffii: fg barumsa 12 key. 4-5—Nama waraqaa afeerrii walgaii naannoo fudhateef deddeebiin gaaffii yommuu godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad) ˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu: jl barumsa 11—Barataan kee walgaii naannoo irratti akka argamu jajjabeessi. (Daq. 6 ykn isaa gad) AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU ˙ Faarfannaa 25 ˙ “Yaadachiisawwan Walgaii Naannoo”: (Daq. 8) Haasaadhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yaadachiisawwan Walgaii Naannoo jedhamu taphachiisi. Karoora guyyaa sadanuu walgaicha irratti argamuuf baafatan akka mirkaneeffatan hunduma isaanii jajjabeessi. Qophii gumichi waraqaa afeerrii walgaii naannoo raabsuuf godhe addeessi. ˙ Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 7) ˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 4 key. 1-15, saanduqa ful. 45 (Daq. 30) ˙ Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3) ˙ Kadhannaa 3 fi Kadhannaa Yaadachiisawwan Walgaii Naannoo Akkuma yeroo kaanii, tibba walgaii naannoottis jaalala Waaqayyoo fi namootaaf qabnu argisiisuu barbaanna. (Mat 22:3739) Qorontos Isa Duraa 13:4-8 wantoota jaalalli raawwatu ibsa: “Jaalalli obsaa dha, gaarummaas ni argisiisa. . . . amala sirrii hin taane hin argisiisu, faayidaa mataa isaa qofa hin barbaadu, hin aaru. . . . Jaalalli matumaa hin badu.” Viidiyoo Yaadachiisawwan Walgaii Naannoo jedhamu yommuu ilaaltan, karaawwan walgaii naannoo irratti jaalala namootaaf qabdan itti argisiistan irratti yaadaa. 6 HAALA ARMAAN GADII KEESSATTI JAALALA ARGISIISUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI? Yommuu teessuma qabannu. Yommuu muuziqaan sagantichi jalqabuu isaa beeksisu dhagaamu. Magaalaa walgaiin naannoo sun itti godhamu keessatti iddoo boqonnetti. Tajaajila fedhaa kennuudhaan. E B L A 2 5 – C A AM SA A 1 IYOOB 33-37 Michuun Dhugaa Gorsa Nama Jajjabeessu Namaa Kenna Qabiyyeen gorsa Eliihuun kennees tae akkaataa inni itti Iyoobiin qabe kan Eliifaaz, kan Biildaadii fi kan Zofaar irraa guutummaatti adda ture. Eliihuun michuu dhugaa, nama gorsa gaarii kennuu fi fakkeenyi isaa hordofamuu qabu akka tae mirkaneesseera. AMALAWWAN GORSA BUA QABEESSA TAE KENNUUF GARGAARAN ˙ OBSA ˙ GAD OF QABUU ˙ XIYYEEFFANNAADHAAN DHAGGEEFFACHUU ˙ KAN SALPHAATTI ITTI DHIHAATAMU TAUU ˙ ULFINA KENNUU ˙ RAKKINA NAMOOTAA AKKA KAN OFIITTI ILAALUU ˙ ILAALCHA MADAALAMAA QABAACHUU ˙ GAARUMMAA ˙ WAAQAYYOON TILMAAMAA KEESSA GALCHUU ELIIHUUN FAKKEENYA GAARII NUUF KAAEERA 32:4-7, 11, 12; 33:1 ˙ Eliihuun hanga namoonni guguddaan dubbatanii xumuranitti obsaan eegeera ˙ Gorsa kennuu isaa dura dhimma isaa xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatee akka gaariitti hubachuuf yaalii godheera ˙ Iyoobiin maqaadhaan waameera; akka michuu isaattis itti dubbateera 33:6, 7, 32 ˙ Eliihuun mudaa kan qabu tauu isaa amanuudhaan, kan gad of qabuu fi nama gaarii tauu isaa argisiiseera ˙ Dhiphina Iyoob akka kan isaatiitti ilaaleera 33:24, 25; 35:2, 5 ˙ Eliihuun ilaalchi isaa sirrii akka hin taane gaarummaadhaan Iyoobiin hubachiiseera ˙ Eliihuun wanti iddoon guddaan kennamuufii qabu qajeelummaa isaa akka hin taane akka hubatu Iyoobiin gargaareera ˙ Gorsi gaariin Eliihuun Iyoobiif kenne, qajeelfama dabalataa Yihowaa irraa argatu akka fudhatuuf isa qopheesseera 7 E B L A 2 5 – C A AM SA A 1 Duula Afeerrii Walgaii Naannoo Waggaa waggaadhaan, nyaata hafuuraa walgaii naannoo keenya irratti argannu hawwii guddaadhaan eegganna. Namoonni kaanis nuu wajjin argamanii gaarummaa Yihowaa dhandhamanii akka ilaalaniif hamma nuu dandaame namoota hedduu afeerra. (Far 34:8) Qaamni jaarsolii waraqaa afeerrii kana raabsuuf mala akkamiitti utuu fayyadamnee gaarii akka tae ni murteessa. WANTOOTA IRRATTI YAADUU QABDU Walgaiin naannoo koo yoomi? Gumiin keenya waraqaa afeerrii raabsuu kan jalqabu yoomi? Walgaiin tajaajila dirree gumii yoom godhama? Duulichaaf karoora akkamii baafadheera? Eenyufaan afeeruuf karoorfadhe? NAMOOTA FEDHII ARGISIISAN GARGAARUU KAN DANDEESSU AKKAMITTI? Erga nagaa gaafattee booda akkana jechuu dandeessa: Mootiin Israael Daawit akkana jedhee kadhatee ture: “Namoonni qophii adda tae tokko irratti akka argaman afeeruuf addunyaa maratti waraqaa afeerrii kana raabsaa jirra. Guyyaa, saaatii fi iddoon isaa waraqaa kana irratti ibsameera. Nu wajjin utuu argamtee nutti tola.” 8 “NAMA AMANAMAA TAEEF AMANAMAA NI TAATA.” —2 Saamuel 22:26, NW. ˙ Waaqayyo amanamoo akka taanu kan nu irraa barbaadu maaliifi? ˙ Amanamoo tauun, jireenya keenya kan fooyyessu akkamitti? ˙ Waaqayyo, ‘amanamaa kan nuuf tau’ akkamitti? Gaaffiiwwan kun qophii namoonni hundi akka irratti hirmaataniif godhame irratti deebii argatu. Kun waraqaa afeerrii kee ti. Hamma nuuf dandaame namoonni hedduun walgaii naannoo irratti akka argaman kan afeerru taus, namoota fedhii argisiisan gargaaruuf dammaqoo tauu qabna. Sanbadduraa fi Dilbata, waraqaa afeerrii wajjin barruulee kennuu dandeessu. Vol. 1, No. 4 La kk . 2 2 0 16 34567 YESUS KAN DHIPHATEE FI KAN DUE MAALIIFI? AYYAANA YAADANNOO DUA YESUS ROOBII, BITOOTESSA 14, 2008 mwb16.04-OA 151214 WANTA JECHUU DANDEESSU
© Copyright 2025