Mata dureen - Project Hannah

ta’ee dubarttoorta abbaan manaa irraa du’ee rakkoo kaasii biyyicha
keessaa qabaniif Waaqayyo akka bara gaarii fiduuf kadhachuu.
13
Dubarttoonni hedduun ijoollee ijooollee isaanii guddisu
sababa maatiin isaanii H. I. Vn irraa du’aniif akka’oowaan
isaanniitu guddisa, namoota dadhaboota ta’anii dulluma isaanii
keessa ijoollee wajjin rakkatan kanaaf, Waaqayyoon kadhacuu harki
Waaqayyoo inni nama gargaaru akka isaan deeggaruuf.
22
Durbartoota abbaan manaa isaanii mana adabaa jiran karaa
hundumaan akka abbaas akka haadhaas taatee kan guddiftu
dubartiidhuma qofa waan taateef, Waaqayyo warra akkasii akka
gargaaruuf Waaqayyoon kadhachiif gaarii dha.
Ijoollee maatii hinqabnne akka Waaqayyoo gargaaru rakkoo
humnaa olii itti dhufuu danda’u irraas akka Gooftaan eeguf
kadhacuufii dha.
Biyyoota Chaina, Hindi. Ruusia, fi biyya baayyee keessatti
hiyyummaan baballachaa jira, namoonni baayyeenis beellaan
dhumaa jiru, kanaafuu Waaqayyo akka biyyoota kana beellaa keesaa
baasuuf kadhachuu.
Dhiphina jireenyaa irraan kana ka’e dubartoonni abbaan
manaa irraa du’e hojii humnaa isaaniitii olii hojjetanii akka
jiraataniif dirqiissifamu kan immoo kan godhu maatii abbaa manaa
isheetii ti, kanaafuu Waaqayyoo hojii mataa isaanii hojjetanii akka
of gargaaraniif kara hojii oguma isaa akka banuuf Waaqayyoon
kadhachuu.
Sababa amantiitiif abbaan manaa isaanii kan irraa hidhame,
kan irraa du’e haadholii baayyeetu jira waaqayyo karaa
hundumaan jajjabina akka isaaniif kennu kadhachuu, Waaqayyoos iyya
isaanii akka dhaga’u, sagaleen isaa akkas jedha’’isan boo’icha guddaa
fuula isaa duratti boo’es iyya koo naa dhaga’e’’ jedhee Dawit dubbate
akkasuma iyya warra gara isaatti iyyanii waaqayyoo ni dhaga’a.
Dubartoonni abbaan manaa isaanii waraanatti irraa du’an
ijoolleee isaanii wajjin kunuunsa fi eegumsa barabaaadu
waan ta’eef Waaqayyoo akka isaan eeguuf kadhachu.
Gursumoonni[dubartiin abbaan manaa irraa du’e biyya kam
keessattuu qabeenyaa ishee arggachuu hindanddeessu akka
aadaatti waan ta’eef dubartoonni kun rakkoo keessatti kufanii jiru,
akka waaqayyoo aadaa kana cabsee isaan yaadatuuf kadhachuu.
Dubartoota ofii isaaniitti hirrisanii warra waa hinqabneef
kenna jaalala Waaqayyoos agarsiisuun gara Gooftaatti fidaa
jiraniif kadhachuu.
Dubartoota gursummoota jireenya isaanii geggeessuf hojii
cimaa hojjechuuf yaalii godhaniif, ijoollee isaannis nyaata
ga’aa dhabuu irraan kan ka’e beelatti kunfanii jiraniif Waaqayyoo
waan isaani ittiin ijollee kana bulchan akka kennuuf kadhacuu.
Ijoollee abbaa fi haadha hin qbnee fi dubartoota abbaan
manaa irraa du’e warri gaggeesitoonni dhiibbaa isaan irra ga’u
akka kan mormmu seera akka baasaniif Waaqayyo akka hubannaa
isanniif keennu sagaleen Waaqayoos akkas jedha’’warra seera nama
miidhu baasanii fi warra abboommii jall’aa baasaniif wayyoo. . . . . .
’’ jedha waan ta’ef akka seera gaarii baasuu danda’aniif Waqayyoon
gaggeesitootaaf kadhachuu.
14
23
24
15
25
Dubarttonni qopha-galoonni yeroo nyaatatti dhiyaatan, yeroo
ayyaanni Waaggaa ga’u baayyee iitti dhaga’ama keesumattuu
yeroo gara mana sagadaa dhaqan, kanaafu waldaan amantootaa jara
akkasiitiif akka kunuunsa ta’u gootuuf Waaqayyoon kadhachuu.
Biyya Hindi keessaa dubartoonni abbaan manaa irraa du’e
milliyoonaan lakkaa’amna karaa aadaa biyyichaatiin rakkoo
isaan irra ga’u sodaachuua jiraatu, sabaanni isaa baayyee isaanii
dirqissifamanii guddeedamu, dhiibbaan karaa maatii abbaa manaa itti
dhufu heduu dha, akka isan nama umurii isaanii hintaanetti heruman
ni dirqisiifamu waan ta’eef bara isaanii sodaa guddaadhaan dabarsu,
kanaafuu Waaqayyo akka rakkoo isaan sodaachisaa jirachisu keessaa
isaan baasuu kadhacuu.
16
Biyya Mayanmar keessaa dubartoota abbaa mana a isaanii
irraa addaan ba’anii ijoollee isaanii wajjin qofaa taa’aniif,
Mya kan jedhamtu immoo ijoollee torbaa wajjin kofaa ishee jiraatti
kanaafuu jarreen kun immoo garee kadhataa projakt Hannah keessaa
kadhataan tajaajilu waan ta’eef Waaqayyoo akka isaan gargaaruu fi
kadhcuu.
17
Ijoollota maatiittii addaan ba’anii karaa irra jiraataniif, isaan
kun hinbaranne. rakkoo of irraa dhowwuu hindanda’an,
bakka jiraatanitti immoo rakkoo gurguddaatu isaan irra ga’uu danda’a
waan ta’eef Waaqayyoon kadhannaaf.
18
Ijoollonni abbaa fi haadha hinqabnne Waaqayyoon uumaa
isaanii akka beekaniif, isa sodaachuu keessattis akka
guddataniif, maatii sodaa waaqayyootti isaan guddisus akka Gooftaan
isaaniif kennu kadhachuu.
27
28
19
20
31
Dubartoonni umuriin isaanii ijoollee ta’e akka biyya biraa
dhaqanii hojii humnaa hojjechuun akka isaan jitraachisaniif
maatiin dirqamaan ergu kun immoo isaaniif baayyee jireenya isaaniitti
miidhaa guddaa fidaa jira waan ta’eef, qaamnii kana godhu akka
dhiisuuf Waaqayyoon kadhachuu.
21
Dubartoota abbaan manaa irraa du’ee ijoollonni bakkeetti
hafaniif sababnii isaa iddoo waraanaatti waan dhiironni
hedduun du’dniif maatiin bakkeetti hafe baayyee dha, kanaafuu
kadhata isaan barbaachisa’’Waaqayyoo warraa lapheen isaanii cabe
ni faayyisa’’ jedha sagaleen isaa waan ta’eef Farf. 147. 3
irratti kadhatamu, dubartoota
abbaan manaa irraa du’e kan,
abbaa manaa isaanii wajjin
addaan ba’anii fi ijoollee maatii
hinqabnneef kadhanna.
26
29
30
Hojjetoota projakt Hannah waaqayyoo oguma akka kennuf
kadhachu, sababni isaa iddoo baayyeedhaa xalayaa dhufu,
bilbila bilbilamu e-mail dhufu gaaffiin ni gaafataman akka siirriitti
deebisu danda’aniif kadhachuuf.
Mata dureen
Sagaanta Abddi dubartoota Afaan 65 ol inni ni darba.
Mata dure kadhana Pirojekt Hannaa Afaan 80 kadhatamu.
Prayer Calendar
January 2015
Oromo
Mata duree kadhataa kan ji’a Amajjii 2007/2015 • Mata dureen irratti kadhatamu, dubartoota abbaan manaa irraa du’e
kan, abbaa manaa isaanii wajjin addaan ba’anii fi ijoollee maatii hinqabnneef kadhanna.
D
ubartoonni biyya Ivorycost keessa jiraatan jireenya isaanii
keessati ulfina waaqayyoo arguu qabu dubartoonni kun
akkuma Yesus namoota rakkoo qaban nyaachisee rakkoo
isaan qaban biras ga’aa ture sana hojjetoonni projakt Hannah
kunis dubartoota abbaan manaa irraa du’e fiiganii waan isaan
barbaachisuun bira ga’uu qabuna, dubartoota abbaa manaa isaanii
hiikanis ijoollee maatii hinqabnnes gargaaruun irraa eegama.
Samunaa, wayyaa, qoricha, keenuufiin gargaaruun nurraa eegama.
Tajaajiltoonni kun immoo yeroo kana godhan harka caalaa miillaan
deemudhaan haadholii rakkina qaban gaafatu. Kunis immoo
dubarttoota abbaan manaaa irraa du’e, kan abbaa manaa wajjin wal
hiikan, warra mana hidhaa[adabaa]keessa jiran kana irra deemanaii
ilaauu. Kan biroon immoo dubrtoota gara Waaqayoo dhufanii
jireenyi isaanii jijjiirame sababa amantii isaaniitiin abbaan manaa
isaanii isaan jibbee kana hiike hedduu dha biyycha keessatti kanaafuu
isaan rakkoo kana keessa jiranis ni jajjabeessu, warra dhukkuffatan
ni wal’aanu, jaalala Waaqayyo isaaniif qabus itti himu, walumaa
galatti dubartoota jireenya isaannii bulffachuuf wal’aansoo qaban
bira ga’uudhaan gareen kadhataa projakt Hannah kun carraaqqii
guddaa godha wanta ta’eef ayyaana waaqayyoo kadhachuun
baayyee gaarii dha.
Mucaan durbaa biyya Yopougon keessatti garee kadhataa
projakt Hannah keessa jirtu tokko konkolaataa ittiin asii fi
achi deemanii dubartooyta rakkoo adda addaa qaban hubatnii
gargaaran tokko hoofti[konkolaachifti turte, kanaanis nyaata
shaanxaadhhan, saamunaa, ijoollee mana yaalaa turaniif kennaa
kennu turan yeroo kana godhanitti waan hiran sana irraa shaanxaan
tokko hafnnaan mucaan durbaa kun daftee waan tokko yaadate
kunis dubartii yeroo dhiyoo abbaan manaa irra du’e tokko ulffa
taatee mucaa dhiiraa waggaa sadii kan qabdu tokko ollaa ishhetti
yaadattee kennaa irraa hafe sana kenniteef, isheenis aluma sana
gara garee kadhataa kan projakt hannah gaafa dhaqxxuttii isaanii
iyyuu battaluma sana na’anii yeroo ishee argan gammaddan kenna
adaas kennudhaan immmaaniin boo’anii kadhataniif isheefis maatii
ishheetiifis, gareen projakt Hannah yeroo tokko tokko mata duree
kadhtaa ji’aan dhiyaatu irraa waaee dubarttotaa abbaan manaa
irraa du’ee warra abbaan manaa isaanii hiikee ni dhaga’u jaarreen
kun immoo nyaata qoricha, uffata, attamitti ijoollen isaanii akka
arggatan ni carraaqu. Dubartiin biyya Ivotycost keessa jiraattu kun
akkas jetti’’ waan godhaa jirtan kanaaf Waaqayyoo isin ha’ebbisu
baayyeen isin galateeffadha galagalaan gara koo dhuftanii hojii gaarii
kana waan hijjetaniif’’ jette garee kadhataa kana galateeffatti.
A
1
d da r a a h a a k a d h a n u .
..
Akkaatta naannaa biyya lafaatti dubartooonni abban mana irraa
du’e lakkoofsaan miliyyoona dhibaa lama ta’u jarreen kun immoo
bakka jiranitti sodaa gurguddaa qabu waan karaa adda addaa itti
dhufu. kunis mana dhabuu, namaan miidhaan irra ga’uu, qabeenyaa
qaban dhabuu fi k. k. f. keessatti yaadda’uun jiraatu kanaafuu akka
Waaqayyo isaan gargaaruf kadhachuu.
2
Dubarttoota abbaa manaa isaanii irraa addan ba’anii qofaa
jiraatan, karaa Kiristoosiin immoo Waaqayyooti araarmuun
akka jiru kan hinbari jiran, jireenya qulqullina qabu akka jiraataniif
jireenya isaanii aarsaa qulqullaa’’aa godhanii akka isaaf dhiyyeessan
kadhacuu. Qola. 1-22.
3
Erga abbaan manaa isaanii irraa du’e booda waara jireenya
issanii keessatti duwwuummaan itti dhaga’amu, ijoollee maatii
hinqabnneef, waaqayyoon biraa akka haalli mijatee fi gammadanii
jiraataniif, akka jaalala isaa isaanitti agarsiisuuf, kadhachuu. ’’S. K.
D10. 18. keessatti akkas jedha’’Waaqayyo warra maatii hinqabnnef
ni farada, ijoollota abbaa hinqabnnefis ni falamma’’ kanaafuu akka
isaaniif yaadu kadhachuu dha.
4
Sganataan radio projakt Hannah inni qophaa’ee karaa
radioniittiin faca’a Afaan jaatamii[66] dha, kan keessatti akka
Waaqayyo sagantaa darbu kana ija itti godhu, namoota rakkoo
qabana jedhan bira ga’ee akka jajjabeessu, dubartoota naannaa biyya
lafaa irra jiraataniif fala karaa ittiin abdii arggatan akka ta’uuf qophii
jiru hundumaa keessatti Gooftaan akka arggamu, sagantaa kana
keessatti immoo dubartoonni hojii harka uumama Waaqayyoo ta’uu
isaanii hubatanii gara Waaqayyootti akka deeb’iuu danda’aniif qophii
kanaaf warra qophii kana qopheessuf Waaqayyoon kadhachuu.
5
7
8
Garee kadhataa projakt Hannah ta’anii dubartoota fi ijoollee
maatii hinqabneef uffata haraa fi kan takka uffatame, samuna,
nyaata hiraa jiraniif waaqayyo akka ayyaana isaa dabaluuf kadhachu.
Hojjetoota warra dullooman, warra dhukkubsatan garagaaruuf,
warra rakkoo qaban [hojjetachuu dadhaban] mana isaanii
dhaqanii gargaaran, isaan kun immoo garee projakt hannah biyya
Turkey keessa jiraatantu dubartoota abbaan manaa isaanii irraa
du’e, ijoollee maatii hinqabnee, hubatanii tajaajila keennuf asii fi achi
deemu, achumaanis jaalala Gooftaa itti agrsiisuuf karaa dugaa duuka
akka isaan bu’an fakkeenya ta’uufn tajaajilaa jiru, kana qofas miti
namoonni kun fuula Waaqayyoo duratti ammam gat-qaboota akka
ta’an Waaqayyos akkam akka isaan jaallatus itti himu, akkasumas
keenaa jaalalaa fudhanii dhaquudhaan kennuuf, fuudhanii bakkee
ba’uudhaan akka isaan qilleensa fudhatnii aara galffatnis nigodhu,
garuu qaamnni biraa immoo akka isaan kana hin gonneef kan
dhowwan jiru sababnni isaa akka isaan waa’ee Waaqayyoo itti
hin dubanneef. Kanaafuu akka Waaqayyoo ijoollota durbaa biyya
Turkey keessaa tajaajola kana fakkaatu kennaa jiran akka gargaaruuf
kadhachuu dha.
9
Biyya Tanzania keessaa dubartoonn H. I. Vn qabamanii
jiraachuutti jiraniif gareen projakt Hannah leenjjii took
tokko kennuudhaan akka isaan of danda’anii jiraatan yaalaa jiru,
ammas itti fufanii hojii gaarii kana akka hojjetaniif Waaqayyoo
karaa dinagddeettiinis ta’e karaa ogumaatiin akka isaan gargaaru
kadhachuu.
10
Dubarttoonni abbaan manaa irraa du’e fi kan abbaan manaa
isaanii gadi dhiise heruma kaan barbaadaniif nama amantii
hintaanetti herumuuf murtteesu iddoo baayyee dha, isaan kun
mana Waaqayoo keessaa ba’anii akka karaa baddisaa irratti hin
arggamnneef abdii fi obsaan akka Waaqayyoon eegattan, Waaqayyoo
immoo kan isa biraa ta’ee akka isaan keennuff kadhachuu.
Ijoollonni abbaa fi haadha hin qabnne jaalala, kunuunsa, barumsa
ni barbaadu, jireenya barabaraas ni barbaadu, ijoollonni kun
immoo kan isaan maatii isaanii dhaban dhukkubaan, waraanaa,
iyyumann waan ta’eef, Waaqayyo ofii isaatii akka isaan gargaaruuf
kadhachuu.
11
Dubartoonni biyya Albenia jiraatan kaan isaanii abbaa manaatu
irraa du’e, warri kaan immoo abbaa manaa isaanitu ni dhuga, ni
qaama, qumaaratti qarshii fixee waan manatti kennu hinqabu kanaaf
jecha mana ishee bulchuuf haati manaa baayyee ba’aa grguddaatu irra
jira biyyicha keessatti yeroo tokko tokko ijoollonn isaanii utuu minaan
hin nyaatin mana barumsaa dhaqu, kanaafuu waldaa amantootaa
akka isheen namoota[ijoollota] akkasii gargargaartu Waaqayyoo akka
ija ishee banuuf kadhachuu.
12
6
Naannaa biyya lafa irraa ijoolleen baayyeen Miiliyyonatti
lakka’aman sababa dhukkuba H. I. Vtiin maatii isaanii
dhabaniiru kaan immoo hedduun isaanii kuma dhibbaan kan
lakkaa’amn dhukkuba kana wajjin jiraatu. Kanaafuu nammotaa abdii
malee jiraatna kun sagalee misiraachoo kan wangeelaa dhaga’anii
akka abdiitti jiraatan Waaqayoo karaa akka banuuf kadhachuu.
Dubarttoonni abbaan mana iraa du’e biyya Kenya keessaa
fira abbaa manaaisaannittin dhaalamu kun immoo isaaniif
jireenya mijataa miti kunis jaalalaan utuu hintaane dirqamaan
guddeamu aadaa waan ta’eef immoo diduu hindanda’an, kanaafuu
ba;;ra ;jiraatan hundumaa jireenya dhiphinaa dabarsuun du’u waan
Tajaajila Hana • L.S.P. 1366, Lakkofsa bilbilaa • 0113210134/0116530753 • [email protected] • www.phafrica.org